13/09/2025
Tilmaamaa Badhaafamaa!
Tapha kubbaa miilaa piriimiyar-Liigii Ingilizii Darbii Maanchiister, Maanchiister Siitii fi Maanchiister Yunaaytid gidduutti bor galgala sa’aa 12:30 irraa eegalee taphatamu- Tilmaamaa Badhaafamaa!
Namoota dursanii tilmaama sirrii deebisan 3’f Paakeejii sagalee daqiiqaa 1400 fi intarneetii GB10 kan ji’a tokkoof turu badhaafamu.
Seera dorgommichaa:
1. Tilmaama keessan sanduuqa yaadaa (Comment Box) fuulaa feesbukii Baankii Siinqee keessatti barreessaa
2. Fuula miidiyaalee hawaasaa baankichaa hunda hordofuu, hiriyyoota keessaniif qooduu akkasumas 'like' fi 'subscribe' gochuu!
Hubachiisa
Tilmaama barreesitan ‘’edit’’ gochuun hin danda'mu.
Sanbata boqonnaan guute isiniif haa ta’u! Carraa Garrii!
ይገምቱ! ይሸለሙ!
በነገው ዕለት ማታ 12፡30 ጀምሮ በማንቸስተር ደርቢ በማንችስተር ሲቲ እና በማንችስተር ዩናይትድ
መካከል በሚደረገው የእንግሊዝ ኘሪምዬር ሊግ ጨዋታ ዉጤት በትክክል በመገመት ይሸለሙ!
ቀድመዉ በትክክል ለገመቱት 3 ሰዎች ለአንድ ወር የሚቆይ 1400 ደቂቃ የድምፅ እና 10 ጂቢ የኢንተርኔት ጥቅል ተሸላሚ ይሆናሉ።
የዉድድሩ ህጎች፣
1. ግምታችሁን በሲንቄ ባንክ facebook ገጽ ሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Box) ዉስጥ ይፃፉ::
2. ሁሉንም የባንኩን የማህበራዊ ድረ-ገፆች ይከታታሉ፥ ለዘመድ ወዳጅ ያጋሩ፥ ይወዳጁ ፣ ሰብስክራይብ ያድርጉ።
ማሳሰቢያ
የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
መልካም ሰንበት ይሁንልዎ! መልካም እድል!