Dursa Uummataaf

Dursa Uummataaf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dursa Uummataaf, Grocers, Oromiyaa, Addis Ababa.

03/12/2024

Warri haftan oromoon lama hin jiru galaa qe'ee keessaa baatanitti deebi'aa yoo dhuguma oromoodhaf qabsooftan ta'e

08/10/2024

Anaan kan nadhibe warri oromoo ta'anii oromoo qabanii bosona geessanii qarshii 100,000 hanga 300,000tti gaafatani qabsoodhafimoo
Farsoodhafi

03/10/2024

Jala bultii ayyaana irreechaaf mariin kutaa magaalaa addis katamaatti haala gaariin adeemdifamaa jira

29/02/2024

Check out Obsaa Eshetu's video.

07/12/2023

Warri afaan oromoo qubeessuu irraatti rakkina qabdan irra deebi'aa baradhaa kutaa tokkoo kaastanii hanga yuunivarsiitii galtanitti afaanuma keessaniin barachaa fi dubbachaa turtanii akkamitti qubeessuu dadhabdu kuni saalfiidha ofitti deebi'aa mataa keessan irra gonfoo eebbaatu jira bar

Isa sammuu banaa uummataaf hojjatu irratti afaan banuu dhiisnee sammuudhaan haa deeggarru
07/12/2023

Isa sammuu banaa uummataaf hojjatu irratti afaan banuu dhiisnee sammuudhaan haa deeggarru

✅Mariin Nageenyaa akkuma itti fufetti jira          Sadaasa 15/2016 (PBKMB)👉Nagaan Nama Qofaaf Mitii Bineensuu fi Bineel...
25/11/2023

âś…Mariin Nageenyaa akkuma itti fufetti jira
Sadaasa 15/2016 (PBKMB)
👉Nagaan Nama Qofaaf Mitii Bineensuu fi Bineeldootni Nagaa Barbaadu
âś…Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Mariin Nageenyaa Qaamolee Nageenyaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Waliin gaggeeffamaa jira.

âś…ABO'n Shanee Karaa Qaxxamuraa Aangoo Qabachuuf yaaluun hin Milkaa'uu,,Kanaafuu Olaantummaan Seeraa
Cimee Akka itti fufuu qabu, kana Kan gochuun danda'amummoo Kutaalee Hawaasaa Marti Dhugaa kana Beekuu qaba Nagaa Buusuuf Namni Kamuu gahee isaa haa bahatu‼️

Shaggar City Communicationn
Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Shaggarr

Address

Oromiyaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dursa Uummataaf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category