12/10/2023
Abbichuun hoogganaa seenaa jijjiiruu qofa osoo hin taanee hoogganaa seenaa hojjechuu beekuu dha ‼️
================ // ================
Itoophiyaan bara dheeraaf biyyoota lixaa irra qamadii garagaarsa kadhachuun beekamtuu, falla taasisuun qamadii gara alatti erguun seenaa kan jijjiree tokkicha ilma abbaa gadaa Abbichuu qofaadha!
Biyya akka biyyatti itti fufuun ishee iyyuu gaaffi keessa galee, ogumma fi dandeetti uuman isa badhaasee fi duudhaa sirna bulchinsa saba isa keessa gonfatee bahee fayyadamuudhaan biyya kufteeti mogolee horee jabatee akka dhaabbaatuu gochuu irra darbee, biyya gama hundaan guddina dinagdee daacha galmeessiftuu yeroo gabaabaduu keessatti ijaaruudhaan dabalatan seenaa adda hojecha jira!