Qaro Ayyaana

Qaro Ayyaana Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qaro Ayyaana, Grocers, Shaggar oromia, Addis Ababa.

18/12/2025
05/09/2025

Guyyoonni Qaammee bara kanaa mata duree "Jalqabbii Olka'insaa, Guddina Caalmaaf!" jedhuun sagantaalee fi taateewwan adda addaatiin ni kabajama.

Moggaasni guyyoota Qaammee Shananis:

05/09/2025

"Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa seenaa Itoophiyaa keessatti iddoo guddaa kan qabu yoo ta'u, rifoormii hooggansa jijjiiramaatu bakka kufee kaase. Pirojeektiin kun Pirojektoota akka Addunyaatti jiran keessaa isa tokkoofi rakkoo humna ibsaa Biyya keenyaa hiikuu keessatti qooda guddaa qabudha!"

Obbo Shimallis Abdiisaa, PMNO

Odeeffannoo waktaawaa argachuuf;
Facebook https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com

Whatapp :https://whatsapp.com/channel/0029VbAXcNtAu3aRrGAUuV28

Website:https://www.oromiacommunication.gov.et/

05/09/2025
05/09/2025

Olka’insi Biyya Keenyaa Ashaaraa Dhaloota Har’aatiin Dhugooma!
= = =
Biyyi keenya Itoophiyaan biyya af-daneettii, sab-daneettii, damdaneettiifi qabeenya uumamaa dilbii lafa keessaafi gubbaan badhaatedha. Haa ta’uu malee sababoota garaa garaan qabeenya qabdu kanatti gargaaramuun jijjiirama diinagdeefi teeknoolojii madaalawaa galmeessuun jiruuf jireenya lammiilee jijjiiruu hin dandeenye. Kanaaf, ba’aan maraamartoo hiyyummaa dhalootaa dhalootatti darbaa tureera.

Maraammartoo hiyyummaafi duubatti hafummaa xumura gochuuf biyyi keenya waggoottan muraasaa asitti yaadama haaraa jijjiirama waloo milkeessuu danda’u qabattee hojjechaa jirtuun jiruuf jireenya lammiilee fooyyessuuf sochii diinagdee damdamataafi itti fufiinsa qabuun biyya ijaaruuf carraaqqii ogummaan deeggarameen bu’aan olka’iinsa biyya keenyaa mirkaneessuu danda’u mul’achaa jira.

Biyyi keenya yeroo ammaa mul’ata misoomaan biyya ijaaruu, barnootaaf teeknoloojin dhaloota qaruufi tajaajila dijitaalaa babal’isuun guddina biyya keenyaa toora hundaan milkeessuuf taasifamaa jiru dhugoomsuuf ammoo ashaaraan dhaloota har’aa daran murteessaadha.

Dhaloonni har’aa hiree guddinaafi misooma biyya keenyaa murteessuu bira darbee hiree dhaloota boruu murteessuuf itti gaafatamummaa dacha qabu bahachuun biyya hunda hammattuufi dhalootaaf mijooftuu taate uumuuf hojii hojjechaa jiruun biyyi keenya abdii irraa gara ifa qabatamaatti ce'uu dandeesseetti!

Hidhi haaromsi Guddichi Itoophiyaa faajjiin tokkummaafi mallattoon birmadummaa biyya keenyaa kanaaf agarsiiftuu guddaadha.

Odeeffannoo waktaawaa argachuuf;
Facebook https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com

Whatapp :https://whatsapp.com/channel/0029VbAXcNtAu3aRrGAUuV28

Website:https://www.oromiacommunication.gov.et/

05/09/2025
05/09/2025

Address

Shaggar Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qaro Ayyaana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category