Shaggar baana

Shaggar baana Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shaggar baana, Grocers, Oromia, Addis Ababa.

08/04/2025
Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faa...
08/04/2025

Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallagaa bakka adda addaa keessatti ummata Oromoorratti duguggaa sanyii raawwattuu akkasumas qabeenya isaa saamtu, Shaneen dursitee qawwee ummata keenyarraa hiiktee Faannoof haala mijeessitee karaa gad dhisaafi turte.

Obbo Jawwaar Mohaammad immoo harka lafa jalaatiin Obbo Gadduu Andaargaachoo, Injinar Yiliqaal Geetinnat fi Lidatuu Ayyaaleew waliin ta’uun hidhattoota Finxaaleeyyii Faannoo cimsaa akka turan odeessi qabatamaan deemaa tureera. Bodarratti, Jawwaar Mohaammad afaan Faannoo tahuun midiyaa garee Finxaaleeyyii Amaaraatti as bahee, “gaaffiin Faannoo jedhamtuu sirriidha”(“የፋኖ ጥያቄ ትክክለኛ ጥያቄ ነው”) jechuun gocha gara jabina gareen kun ummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu dhaadheessu hojii godhate.

20/11/2023
20/11/2023

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar baana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category