Ahmadisha xahaa

Ahmadisha xahaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ahmadisha xahaa, Grocers, Gelamso, Addis Ababa.

Today,s Best photo❤💚❤️‍🩹🖤💖💔✅️
13/08/2023

Today,s Best photo
❤💚❤️‍🩹🖤💖💔✅️













  JAALALAAOsoo ani hin yaadiinAnaaf kan yaadamteeMiciree akka tasaa Keessaakot uumamtee       ~~~~jaalalakeetti cuuphadh...
13/12/2022

JAALALAA

Osoo ani hin yaadiin
Anaaf kan yaadamtee
Miciree akka tasaa
Keessaakot uumamtee
~~~~
jaalalakeetti cuuphadheen
harkakoo achit argee
osoon quba hin qabaatiin
daraaree natti margee
~~~
badakee haasa’anis
koo garaan sanumaa
mannin keessat of arguu
yeroo hunda keetumaa
~~~
ati naaf qarookoo
kanan itti ilaaluu
kumni osoo dhufeyyu
Tokko si’iin naa caaluu!!

✍️___Iisadiin

#𝗝𝗢𝗜𝗡 ↖️↗️ #🅢🅗🅐🅡🅔

yeroo gaarii👐

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!

Address

Gelamso
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmadisha xahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category