Mange Belihu

Mange Belihu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mange Belihu, Grocers, Adama, Addis Ababa.

 Obbo Abdallaa Muummee I/G Waajjira Milishaa G/Harargee lixaa kan turan guyyaa har'aa I/G Waajjira Nageenya G/Harargee L...
21/09/2025



Obbo Abdallaa Muummee I/G Waajjira Milishaa G/Harargee lixaa kan turan guyyaa har'aa I/G Waajjira Nageenya G/Harargee Lixaa ta'uun muudame jira.

Bara Hojii Gaarii!

Oduu Muudamaa!**********************Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira.1. Obbo Moham...
21/09/2025

Oduu Muudamaa!
**********************
Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira.

1. Obbo Mohammed Abduraman (Maammayaa) I/G Waajjira Milishaa Godina Harargee Lixaa tahuun Muudamaniiru.

 Muudamaa.Obbo Dubaay Jamaal Bulchaa Ganda Midhagaa Kan ture  I/G Waajjira Kantibaa BM Baddeessaa tahuun Muudamaniiru.Id...
29/03/2025

Muudamaa.

Obbo Dubaay Jamaal Bulchaa Ganda Midhagaa Kan ture I/G Waajjira Kantibaa BM Baddeessaa tahuun Muudamaniiru.
Iddoo Abbaa fakkaatun Muudamun isaani Waan dansaa fi Ilaalama Sirrin ilaalun jalqabamu isaa namatti agarsisa.
Hojii fi Abbaa Hojjachuu danda'uun walin barbaadun dhugaan waan sirri fi Xiqii namatti Uumuudha.Dubaay Jamaal Dargaggeessa amma reefuu tokko jadhe jalqabe waan ta'eef Magaalaa Keenyaaf bu'aa guddaa buusa jadhen aman.
Muudama Sirri Iddoo Sirrin Jachun Kana Kunoo!!!Hedduu Waan Nama Gammachisuu fi Miseensa Paarti Badhaqdhinaa Keessatti Kaka'uumsa Uumuu danda'uudha Muudamni taasifame.

Bro Kiyyaaf Bara hojii gaarii isaaniif ha tahuu‼️

25/03/2025

Kan ati jechuu qabdu biyyi too maal naa goote jechuu osoo hin taane, an biyya kootif maal godhe jechuu qabda!

25/03/2025

Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu osoo hin taane, barumsi nama keessa darbuudha!

25/03/2025

Beekaa jechuun nama dogoggora ufii fitti beekee, irraa sirraa'eedha!

25/03/2025

Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka hin muran!

Qormaata Injifachaa Dhufne Injifachaas Itti Fufna!
25/03/2025

Qormaata Injifachaa Dhufne Injifachaas Itti Fufna!

07/02/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Barento Ahmad, Awol Abm

"Waliigaltee Biyyoolessaa Milkeessuun Badhaadhina Itoophiyaa Dhugoomsuuf Murteessaadha‼️ PMNO Obbo Shimelis Abdisa ✊️
18/12/2024

"Waliigaltee Biyyoolessaa Milkeessuun Badhaadhina Itoophiyaa Dhugoomsuuf Murteessaadha‼️
PMNO Obbo Shimelis Abdisa ✊️

18/12/2024

Address

Adama
Addis Ababa

Telephone

+251913550792

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mange Belihu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mange Belihu:

Share

Category