Gammachuu Ayyaanaa

Gammachuu Ayyaanaa dhugaan saba koo ifaa jira
rabbisi nuu waajina jira
ABO Waabii keenya
WBO dhiigaa keenyaa.❤️💚❤️

Follow me
05/03/2025

Follow me

31/01/2025

ABO jechuun akeekaafi kaayyoodha malee namaa miti. Garuu maqaan namaa kan 'ABO' je'amu yoo jiraate mooji. Akeekaafi kaayyoon ABO ammoo bakka irraa kaate qabdi, bakka geeysee dhaabbattu qabdi. Kana keeysatti Namni kaayyoo kanatti hiriiree jala deema malee abbaan arge fuudhee gara argeen deemu hin danda'u. Kana ammoo akka hin danda'amne arginee hubanneerra. Abbaan fedhe kaayyoo kanarraa citee diinatti galuus akka kaayyoo fuudhee diinatti galchuu hin dandeenye mirkanaawaadha. Maqaa kana dahoo godhatee warri faallaa akeekaafi kaayyoo kanaa deeman ABO akkan taane namuu hubachuu feesisa. Akkumaan kaase namni maqaa ABO je'amu kan warri isaanii moggaaseef yoo jiraate, san nun laallatu. Garuu maqaa akeekaafi kaayyoo ABO tin warra waa saroobbachuu barbaadu kamuu dura dhaabbanna. Kaayyoon bilisumaa oromoofi walabummaa oromiyaa abbaa jala deemee galma yaadameen qaqqabu qabsaawota haqaa qabdi. Kana galmaan gahuuf abdiif gaachanni keenya kan daandii isaarra jiru ABO-WBO dha. Isa faana hiriirree mirga boortaan dhabne boortaan deeffanna. Ni injifanna. Abdii qabna!

Oromiyaan biyya!

Fuula peg Koo kan invet naaf godha hiriyootan keessaan
28/01/2025

Fuula peg Koo kan invet naaf godha hiriyootan keessaan

Gabrummaaf fali falmaachu qofa
20/01/2025

Gabrummaaf fali falmaachu qofa

25/07/2023
Artist sabaaf dhalatee sabaaf jiraate. Artist Zarihuun wadajoo Galaanii kee guddaadha galatoomii 🙏Boola kee daadhiin haa...
26/04/2023

Artist sabaaf dhalatee sabaaf jiraate. Artist Zarihuun wadajoo Galaanii kee guddaadha galatoomii 🙏
Boola kee daadhiin haa guutu 😭

Namni Oromoo Taate Hundi Dhaamsa Koo Kara kan hordofaa .
13/01/2023

Namni Oromoo Taate Hundi Dhaamsa Koo Kara kan hordofaa .

Warrii Jarman galatoomaa 🙏Leenca sabaaf dhaabbatu  Jawaar Mohammed picture of the day
04/06/2022

Warrii Jarman galatoomaa 🙏
Leenca sabaaf dhaabbatu
Jawaar Mohammed picture of the day

Tokko Du'ee tokko hin Taa'uu Walgaggalaafata tati
28/05/2022

Tokko Du'ee tokko hin Taa'uu Walgaggalaafata tati

Kan hafanis hiikaa
27/05/2022

Kan hafanis hiikaa

Address

Addis Ababa
FINFINEE

Telephone

+251910783191

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gammachuu Ayyaanaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gammachuu Ayyaanaa:

Share

Category