12/03/2024
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa ,Bitootessa, 3,2106,Kallattii hojii ka’amee jira.
Namootaa Sagantaa Kallattii kana irratti argamani Hoggansaa Shaggar, Addee Masarat Abaabaa Itti gaafatamtuu Misooma manneen fi Obbo Ahimad Tofiqii Itti gafatama Waajjira pilaani Magaalaa Shaggar sagantaa kana irratti argamani jiru Akkasumas Koree hojii raawwachiiftuu Kutaa Magaalaa, Hoggansaa Kutaa Magaalaa, Koree Qindeesitu Aanaalee fi bulchinsa fi nageenya irratti argamani Kallattiin kenname jira.
Hojiin Paartii fi mootummaa Kallattiin hojii
itti annu kan ta’e hojii nageenya ,hojii Kenna tajaajila lammummaa,Hojii misooma, Kadastara ,qusannaa baankii siinqee, Waajjira Carraa hojii umuu fi Oggumaa,Buusaa Gonofaa,gumii tiransformeeshinii,Galii,inisheetiivii qonnaa,hojii projektii,sagantaa fuulaa durattii jiru, Inshuraansii fayyaa,Tarkaanfii ollantummaa seeraa kabachiisuun dirqama ta’a jechuun Kallattiin ka’ame jira.