Sagni Derara Gonfa

Sagni Derara Gonfa The beginning of wisdom is fear of God

10/04/2026
Nama Waaqayyoo Faarfannan Eebbise Yaado! Faarfannan  isaa hin Quufamu Nagaan koottu jennan
30/08/2025

Nama Waaqayyoo Faarfannan Eebbise Yaado!
Faarfannan isaa hin Quufamu
Nagaan koottu jennan

Jireenya jechuun......Namni kun galeef maqaasa waamii!!Eenyuun wajjiini?Nuu guutes guutu baatees Jireenyi isa wajjiin Ee...
06/03/2025

Jireenya jechuun......
Namni kun galeef maqaasa waamii!!
Eenyuun wajjiini?
Nuu guutes guutu baatees
Jireenyi isa wajjiin Eebbifamadha.

06/03/2025

God🙏

24/02/2025

Highlights

04/02/2025


Faarfattoota Gurmuu

Nagaan waaqayyoo siniif haa bayyatu Guyyaa muraasa booda youtube   irratti faarfattoonni Gurmuu   Faarfanna mata dureen ...
03/02/2025

Nagaan waaqayyoo siniif haa bayyatu
Guyyaa muraasa booda youtube irratti faarfattoonni Gurmuu
Faarfanna mata dureen isaa jedhu qabatanii dhufaniiruu!
Please isinis share, like, post gochuudhan hiriyoota keessan nu qaqqabsiisa!
Waaqayyoo sin haa eebbisu!

29/01/2025

LORD clean my heart and remove all my stress and sadness.

22/09/2024

irra
jireenya baay'eetu jira
Warra waa'ee jireenyaa ilaalani Raafamaniif Ergaa
Yesus itti fufee bartoota isaatiin, "Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa! 2 Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema.

3 Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha. YOh 14;1-3

05/09/2024

Akkuma barri 2016 dhumuuf ka'ee
biyya keenyaas
Baruma kana keessa nurraa haa dhumu!
boqonna haaraa qabatee nuuf haa dhufu

Address

Ambo Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagni Derara Gonfa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category