Shagar Post

Shagar Post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shagar Post, Grocers, Shagar city, Addis Ababa.

Biyyi keenya magaalota ammayyaa akka qabaattu imalli eegalame qajeeltoon hogganamuu qaba. Magaalota xixiqqaa duraan jira...
15/06/2026

Biyyi keenya magaalota ammayyaa akka qabaattu imalli eegalame qajeeltoon hogganamuu qaba. Magaalota xixiqqaa duraan jiran ammayyeessuu, akkasumas magaalota teeknooloojii haara gonfatan jaaruun dhimma xiyyeeffannoo barbaadudha.

MM Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad
Kitaaba Mootummaa ida'amuu pg 236

"Qonni barsiifata irraa gara qonna ammayyaatti ceesisuun, wabii nyaataa keenya mirkaneessu qofa osoo hin taane, birmadum...
14/06/2026

"Qonni barsiifata irraa gara qonna ammayyaatti ceesisuun, wabii nyaataa keenya mirkaneessu qofa osoo hin taane, birmadummaa dinagdee keenyaa kan mirkaneessudha."

MM Dr. Abiyyi Ahimad

"Dirreen siyaasaa dhiphachuu hin qabu. karaa to’achuu hin dandeenyeenis bal’achuu hin qabu.karaa seera qabeessa ta’een k...
14/06/2026

"Dirreen siyaasaa dhiphachuu hin qabu. karaa to’achuu hin dandeenyeenis bal’achuu hin qabu.karaa seera qabeessa ta’een kan hogganamu ta’uu qaba"

MM Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad.

Magaalonni ammayyoomuun kalaqaaf haala mijataa uuma. Kalaqa dijitaalaa ni cimsa. Yaadama Mootummaa Ida'amuu ni babal'isa...
13/06/2026

Magaalonni ammayyoomuun kalaqaaf haala mijataa uuma. Kalaqa dijitaalaa ni cimsa. Yaadama Mootummaa Ida'amuu ni babal'isa.

MM Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad
Kitaaba Mootummaa ida'amuu pg 241

"Biyyoonni jijjiirama ariifataa galmeessisan jijjiirama isaanii itti fufsiisuufi gara sadarkaa birootti ceesisuuf bakka ...
12/06/2026

"Biyyoonni jijjiirama ariifataa galmeessisan jijjiirama isaanii itti fufsiisuufi gara sadarkaa birootti ceesisuuf bakka gahan irra ceehanii olka'insa biroo ilaalu."

Dr. Abiyyi Ahimad

"Itoophiyaan riqicha guddinaa fi nageenya ganfaa Afrikaa ta'uun, dandeettii fi humna diploomaasii ishee addunyaa irratti...
12/06/2026

"Itoophiyaan riqicha guddinaa fi nageenya ganfaa Afrikaa ta'uun, dandeettii fi humna diploomaasii ishee addunyaa irratti mirkaneessiteetti."

MM Dr. Abiyyi Ahimad

"Biyyi daawwitii bu'aawwan gaggaariifi horataalee dhaloota darbeefi hojii kuufamee, ciminaafi dadhabina dhaloota har'aa,...
11/06/2026

"Biyyi daawwitii bu'aawwan gaggaariifi horataalee dhaloota darbeefi hojii kuufamee, ciminaafi dadhabina dhaloota har'aa, akkasumas abdiifi sodaa dhaloota boruuti"

Dhaloota Ida'amuu

Daldaltoonni siyaasaa firii dadhabbii keenyaa qircachuudhaa olitti, gufuu dhagaa akka ariitiidhaan hin imalle daandii ke...
11/06/2026

Daldaltoonni siyaasaa firii dadhabbii keenyaa qircachuudhaa olitti, gufuu dhagaa akka ariitiidhaan hin imalle daandii keenyarra taa'anidha. Waan ta'eefis, imalli keenya gufuu daldaltoonni siyaasaa kaa'an dhabamsiisuudhaan ta'uu akka qabu hubachuu qabna.

MM Dr. Abiyyi Ahimad
Kitaaba Mootummaa Ida'amuu pg 410

"Guddinni hawwiidhaan hin dhufu; dafqaan dhufa malee. Hiyyummaa mo'achuuf tokko taanee, dandeettii fi humna qabnu hundaa...
10/06/2026

"Guddinni hawwiidhaan hin dhufu; dafqaan dhufa malee. Hiyyummaa mo'achuuf tokko taanee, dandeettii fi humna qabnu hundaan lafa keenya misoomsuu qabna."

Dr. Abiyyi Ahimad

"Kaayyoon keenya badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuudha!" MMI  Dr. Abiy Ahmed Ali
10/06/2026

"Kaayyoon keenya badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuudha!"

MMI Dr. Abiy Ahmed Ali

Address

Shagar City
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shagar Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category