01/12/2025
📌 Erling Braut Haaland Leeds keessatti akka dhalate beektuu?
📍 Abbaan isaa Alfie Haaland yeroo Erlig Haaland dhalatu sana Leeds'f taphachaa ture! Saniifuu iddoon dhalootaa Erling Haaland Leeds jechaadha!
💙🔥