F/tta Dn Roobaa Amsaaluu

F/tta Dn Roobaa Amsaaluu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from F/tta Dn Roobaa Amsaaluu, Grocers, Burraayyuu, Addis Ababa.

🎓Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu ni taane!         📖 Faar 126 :3-3🙏🏾
25/07/2025

🎓Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu ni taane!
📖 Faar 126 :3-3🙏🏾

02/04/2025
Faaruu Sagalee waamicha bilbila keessanii Ethio telecom irra godhadhaa qarshii shaniin badhaafamaas ta'aa, step jalqabaa...
23/10/2024

Faaruu Sagalee waamicha bilbila keessanii Ethio telecom irra godhadhaa qarshii shaniin badhaafamaas ta'aa, step jalqabaa 822 irratti A jechuun ergitu. itti ansuun koodii Faaruu Sitti Amane 6217470 ykn Tasumaan ilaalu 6217471 galchitu Messagen mata duree Faaruu filattani siniif dhufaa rawwattanittu.

“Faaruu Afaan Oromoo Haaraa”yeroo dhiyyootti      Yaa giftii koo  F/taa Hayiluu Axinaafuu
19/10/2024

“Faaruu Afaan Oromoo Haaraa”
yeroo dhiyyootti
Yaa giftii koo
F/taa Hayiluu Axinaafuu

Deggersa🙏Mana Amantaa Ortodoksi Tewaahidoo Itoophiyaatti Mana Lubummaa Horro Guduruu Wallaggaaበኢትዮጵያ ኦርቶዶከስ ተዋሕዶ ቤተ ከርስቲ...
18/10/2024

Deggersa🙏
Mana Amantaa Ortodoksi Tewaahidoo Itoophiyaatti Mana Lubummaa Horro Guduruu Wallaggaa
በኢትዮጵያ ኦርቶዶከስ ተዋሕዶ ቤተ ከርስቲያን የሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ሀገረ ስብከት ጽሕፈት ቤት
Ethiopian Orthodox Tewahedo Church Horo Guduru Welega Diocese Secretariat

Dhimmi isaa:- Deggersaa hojii ijaarsaa isin gafachuu ta'a.

Akkummaa armaan olitti ibsamuuf yallametti Mana lubbummaa Aanaa Horroo buluqi kessatti kan argamuu mana amantaa qulqulluu Mika'eelii Saqalaa bara baayyeef tajajila afuuraa lachaa turuu isaa irraan kan ka'ee waan dullomeef bifa har'atiin Mana amantichaa Gamoodhaan ijarachuuf waan murta'eef koree ijaarsaa dhabatee hojii egalaniruu.

Haata'uu malee ijaarsaa manichaa humnaa ummataa naannoo sanatiin xumuramuu waan hin danda'amneef, Kiristaanonni Biyya keessa afi Biyya alaa jirtan hamm ahumna keessanii akka gar-gaartan Maqaa Waaqayyootiin isin gaafanna🙏
ACC. Baankii Daldalaa 1000 18 74 26077 Sekela Debre Genet Kidus Michael We Gebriel

Dirree Tajaajiltootaa የአገልጋዮች መድረክ 🙏

Share share shareKan ati jaallattu dhukkubsateera Yoh 11÷3Tajaajilaan xiqqaan dhukkubsateeraMana qulqullummaatti sirna q...
08/10/2024

Share share share
Kan ati jaallattu dhukkubsateera Yoh 11÷3
Tajaajilaan xiqqaan dhukkubsateera
Mana qulqullummaatti sirna qulqulleessaa kan raawwatu, waltajjii araaraa isaatti sagalee kilooleedhaan meeshaa kiraaratin dabaalamee kan tajaajilu f/taa dn Ermiyaas Wandimaagany

Tajaajilaan kun akka saamu'eel daa'imummaa isaatin mana qulqulummaaf tajaajilaaf kan foo'amedha. Umurii isaa kanaan magaaloota gurguddoo irraa kaasee hanga mana kiristaanaa baadiyyaatti haalli mijataa bakka hin jirreetti yeroo tajaajilu dadhabbina tokko maleedha.
Amma garuu tajaajilaan xiqqaan kun lapheen isaa dhibameera. Kanaafis ji'a sadii keessa sarjariin akka hojjatamu qabu murteesse jira. Yaala kana yeroo gabaabaa keessatti hin argatu taanaan lapheen isaa gara sadarkaa yaalamuu hin dandeenyeetti akka qaqqabu manni yaala itti himee jira. Yaala kana raawwachuuf immoo qarshii miliyoona 1.8 hanga 2 tti gaafatameera. Kana gochuuf immo humni maati isaas ta'ee humna isaati ol dha.
Kanaaf tajaajilaan kun qabeenyi isaa mana kiristaanaadha. Manni kiristaanaas qabeenyii ishee hordooftoota ishee waan ta'eef obboolleessa keenya kana waliin taane yaalchisuun gara tajaajila jaallatuutti haa deebisnu.

CBE 1000608378883
Ermias wondimagegm
Lakk. Bil 0940046154

Address

Burraayyuu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when F/tta Dn Roobaa Amsaaluu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category