Fekadu Adugna

Fekadu Adugna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fekadu Adugna, Grocers, Oromia, Addis Ababa.

29/08/2025

Two games. Two clean sheets

Akka kootti malee akka keetti jiraachuu hin dharra'u   --!!
29/08/2025

Akka kootti malee akka keetti jiraachuu hin dharra'u --!!

05/07/2025

waraabessa Roobii darbe sareen Kamisa dutti jedha oromoon
ta'iiwwan biyya kana keessatti raawwataman kamuu erga ta'ee turee booda haasa'uun Waan baratamedha kun immoo dhimmicharratti odeessuu bira darbee furmaata fidu tokko hin qabu yoo namni du'e ,yoo nami hidhame,yoo namni reebameefi gochoota kanaan walqabatan hunda irratti yeroo yoo dubbattan bu'aa qabaachu danda'utti dhiisanii boodderra ijoo miidiyaa hawaasaa gochuun oliif gadi hafarsuun jibba,qeeqa,mufii fi wal shakkii uummata gidduutti babal'isuu yoo ta'efi daldala miidiyaaf fayyadamuu yoo ta'e malee bu'aan waca sanaan argamu hagas Waan gatii qabu hin fakkaatu kanaaf yerootti fayyadamuun dhiibba uumamuu danda'u uumuun barbaachisaa natti fakkaata
kanaaf uummata oduuf dammaqe ta'uurra uummata quuqama sabaaf dhimmamu ta'uun irra barbaachisaa natti fakkata
Dhugaan ilmoo waaqati waaqni dhugaa keessan hin dhoksiin!!!

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fekadu Adugna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category