Masuud Mahammad PAGE

Masuud Mahammad PAGE Aaydoolojii ykn yaadama Oromoo durii deebisuu akkasumaas qarooma kuush durii kallattii fi alkallattiin iratti hojjadhee deebisuudha

15/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Taajuu Dirribaa Raggasaa, Saabir Kamaal, Ashaasirac Amme, Farida Bilisa, Qobee Abiraham, Iliyyaas Amaan

14/02/2026
Maal jedheen si waamaMee yaa Haadha MeetiiMaqaa kee kan duraaJaaloo too kan jedhuAmma naxiqqaateJaaloo Haadha Meetii.War...
29/04/2025

Maal jedheen si waama
Mee yaa Haadha Meetii
Maqaa kee kan duraa
Jaaloo too kan jedhu
Amma naxiqqaate
Jaaloo Haadha Meetii.

Warqeetoo siin jedhuu
Meetiin Intala kootii
Warqeenuu xiqqoodhaa
Diamond hin wayyuu.

Albuuda isa addaa
Naaf gati-jabeettii
Ati yoomuu anaaf
Hin qabdu fakkaattii.

Address

Harargee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Masuud Mahammad PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Masuud Mahammad PAGE:

Share

Category