Harmony Cafe

Harmony Cafe Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Harmony Cafe, Supermarket, Adama.

Baga Ayyaana Id-Al-Adahaa (Arafaa) Nagaan Geessan!Kaafee Haarmanii hordoftoota Amantaa Islaamaa hundaaf Ayyaanichi Kan N...
28/06/2023

Baga Ayyaana Id-Al-Adahaa (Arafaa) Nagaan Geessan!

Kaafee Haarmanii hordoftoota Amantaa Islaamaa hundaaf Ayyaanichi Kan Nagaa, Jaalalaa fi Gammachuu akka ta'u Hawwa.

Id-Mubaarak!

እንኳን ለኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሳችሁ!

ሃርመኒ ካፌ ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በዓሉ የሠላም፣ የፍቅርና የደሰታ እንዲሆንላችሁ ይመኛል::

ኢድ-ሙባረክ!

Bargari Baredaa Kaafee Haarmaniraa .📍Teesdoon kenya :- Adaamaa, Naannoo kolleejjii Qarqara Dallaa Yuunivarsiitii Adaamaa...
19/06/2023

Bargari Baredaa Kaafee Haarmaniraa .

📍Teesdoon kenya :- Adaamaa, Naannoo kolleejjii Qarqara Dallaa Yuunivarsiitii Adaamaattii

Miidiyaa haawaasaa irrattii nuu hordoofaa

ምርጥ በርገር ከሀርመኒ ካፌ!

📍አድራሻ :- አዳማ ኮሌጅ አካባቢ ፣ የአዳማ ዩኒቨርሰቲ ግንቡ ጫፍ
በማህበራዊ ድረ-ገጽ ይከታተላሉን

Facebook: https://www.facebook.com/harmoney.cafe.adama
Telegram: https://t.me/harmoney_cafe_adama
Instagram: https://www.instagram.com/harmony_cafe_adama
Tiktok: http://tiktok.com/

Challenge  #1Torban 1 Waxabajjii 8-15Seerii Taphichaa1.Kaafee Haarmanii Dhufudhaan Bashananaa Nyaata Mi'aawaa Kenya Dhan...
14/06/2023

Challenge #1
Torban 1 Waxabajjii 8-15
Seerii Taphichaa
1.Kaafee Haarmanii Dhufudhaan Bashananaa Nyaata Mi'aawaa Kenya Dhandhamachaa Video Hojachuu
2.Video Hojatamee Tiktok Irrattii Jechuun Post Gochuu
Like Hedduu Namani Argatee paakejii Nyaataa Qarshii 1000 ni Badhaafamaa

📍Teesdoon kenya :- Adaamaa, Naannoo kolleejjii Qarqara Dallaa Yuunivarsiitii Adaamaattii
+2519-62-66-97-99
+2519-11-74-00-12
Miidiyaa haawaasaa irrattii nuu hordoofaa

Challenge #1
ሰኔ 8-15 ድረስ
የጨዋታው ህጎች
1.ሀርመኒ ካፌ መጥቶ መዝናናትና፤ ምግቦቻችንን ማጣጣምና ቪዲዮ መስራት
2.ቪዲዮውና ቲክቶክ ላይ ብሎ ፖስት መድረግ
ብዙ ላይክ ያገኘ ቪዲዮ የ1000 ብር የምግብ ፓኬጅ ተሸላሚ ይሆናል

📍አድራሻ :- አዳማ ኮሌጅ አካባቢ ፣ የአዳማ ዩኒቨርሰቲ ግንቡ ጫፍ
+2519-62-66-97-99
+2519-11-74-00-12
በማህበራዊ ድረ-ገጽ ይከታተላሉን

Facebook: https://www.facebook.com/harmoney.cafe.adama
Telegram: https://t.me/harmoney_cafe_adama
Instagram: https://www.instagram.com/harmony_cafe_adama
Tiktok: http://tiktok.com/

#አዳማ #ሀርመኒ #ኮሌጅ #ፒዛ #በርገር #ዴሊቨሪ #ገበታ

 🤝Hirmaattota Piriimiyerliigii Betkingii Hundaaf  Iddoo Midhagduu  Kan Taate Magaalaa Adaamaatti Baga Nagaan Dhuftan.📍Te...
08/06/2023

🤝
Hirmaattota Piriimiyerliigii Betkingii Hundaaf Iddoo Midhagduu Kan Taate Magaalaa Adaamaatti Baga Nagaan Dhuftan.
📍Teesdoon kenya :- Adaamaa, Naannoo kolleejjii Qarqara Dallaa Yuunivarsiitii Adaamaattii
+2519-62-66-97-99
+2519-11-74-00-12
Miidiyaa haawaasaa irrattii nuu hordoofaa

ለቤትኪንግ ፕሪሚየር ሊግ ተሳታፊዎች በሙሉ እንኳን ወደ ስምጥ ሸለቆዋ እንቁ አዳማ በሰላም መጣችሁ!

📍አድራሻ :- አዳማ ኮሌጅ አካባቢ ፣ የአዳማ ዩኒቨርሰቲ ግንቡ ጫፍ
+2519-62-66-97-99
+2519-11-74-00-12
በማህበራዊ ድረ-ገጽ ይከታተላሉን

Facebook: https://www.facebook.com/harmoney.cafe.adama
Telegram: https://t.me/harmoney_cafe_adama
Instagram: https://www.instagram.com/harmony_cafe_adama
Tiktok: http://tiktok.com/

#አዳማ #ሀርመኒ #ኮሌጅ #ፒዛ #በርገር #ዴሊቨሪ #ገበታ

Fun Fact 😄 !The history of Pizza is dated back about two centuries or more!Whatever it is, are you in Adama?Here we have...
07/06/2023

Fun Fact 😄 !
The history of Pizza is dated back about two centuries or more!
Whatever it is, are you in Adama?
Here we have , ,
Don’t salivate, we are expecting you come and taste your !
Bon Appetit!
– for harmonious life!
Location
📍 Adama, around Adama University Geda Gate!
Contact us
+2519-62-66-97-99
+2519-11-74-00-12

Follow us
Facebook: https://www.facebook.com/harmoney.cafe.adama
Telegram: https://t.me/harmoney_cafe_adama
Instagram: https://www.instagram.com/harmony_cafe_adama
Tiktok: http://tiktok.com/

#አዳማ #ሀርመኒ #ኮሌጅ #ፒዛ #በርገር #ዴሊቨሪ #ገበታ

 Adaamaa keessatti Iddoo Aduun Itti Baatu fi Lixuu Ilaalaala Qillensa Qulqulluu Fudhachaa Pizaa Kenya Dhandhamadhaa.Maat...
06/06/2023

Adaamaa keessatti Iddoo Aduun Itti Baatu fi Lixuu Ilaalaala Qillensa Qulqulluu Fudhachaa Pizaa Kenya Dhandhamadhaa.
Maatii,Hiriyoota,Jaalalle Keessan Waliin Dhufun Haama Barbaadan Bashanantanii Debitu Hin Jennu Mana Keessan Waan Ta'eef Maatii Kenya Taatan.
📍Teesdoon kenya :- Adaamaa, Naannoo kolleejjii Qarqara Dallaa Yuunivarsiitii Adaamaattii
📞+2519-62-66-97-99
📞+2519-11-74-00-12
Miidiyaa haawaasaa irrattii nuu hordoofaa

የአዳማን ጸሐይ መግቢያ እና መውጫ አድማስ እያዩ ፣ ነፋሻማ አየር እየወሰዱ ፒዛውን ያጣጥሙ !
ቤተሰብ፣ ጓደኛ፣ ፍቅረኛዎን ይዘው ቢመጡ እንዳሻዎ ተዝናንተው ይመለሳሉ አንልም ቤትዎ ስለሆነ ቤተሰብ ይሆናሉ!
📍አድራሻ :- አዳማ ኮሌጅ አካባቢ ፣ የአዳማ ዩኒቨርሰቲ ግንቡ ጫፍ
📞+2519-62-66-97-99
📞+2519-11-74-00-12
በማህበራዊ ድረ-ገጽ ይከታተላሉን

FaceHarmony Cafe.adama
Telegram: https://t.me/harmoney_cafe_adama
Instagram: https://www.instagram.com/harmony_cafe_adama
Tiktok: http://tiktok.com/

#አዳማ #ሀርመኒ #ኮሌጅ #ፒዛ #በርገር #ዴሊቨሪ

05/06/2023

Viidiyoo Hojattameen Namoonii 25,000 ol Daawwatan.
Kaffee Keenya Adaamaa Qimeshaa Daawwachuu Keessaniif Guddaa Galatoomaa
📍Adaamaa, Qarqara Dallaa Universitii Adaamaa
📞 +2519-62-66-97-99
📞 +2519-11-97-90-57

Tiktok irratti nu hordofaa!
👇👇👇👇
http://tiktok.com/

በአዳማ ቅምሻ በተሰራ ካፌ ሪቪው ከ25 ሺህ በላይ ሰዎች የተመለከቱት ቪዲዮ!
አዳማ ቅምሻ ካፌያችንን ስለጎበኛችሁ ከልብ እናመሰግናለን !

📍አዳማ፣ አዳማ ዩኒቨርሲቲ ግንቡ ጫፍ
📞 +2519-62-66-97-99
📞 +2519-11-97-90-57

በቲክቶክ ይከታተሉን!
👇👇👇👇
Tiktok: http://tiktok.com/

  tajaajila bashananaa qulqullina qabu jiraatoota magaalaa adaamaa hundaaf qophèesinee isiin egachaa jira👉 Piizaa 🍕 ,bur...
03/06/2023

tajaajila bashananaa qulqullina qabu jiraatoota magaalaa adaamaa hundaaf qophèesinee isiin egachaa jira

👉 Piizaa 🍕 ,burger 🍔,saanducha kilabii fi nyaata saffisaa biroo
👉Nyaata addaa biyya keessaa
🍲
👉Eddoo dubbisa kitaabaa
👉 Filannoo chaanaalii biyya keessaa fi tapha kubbaa miilaa
👉 Edoo afuura itti baafatan
Kottaa ittii
Gammadaa ,Bashananaa ,Afura keessan haaromsaa
📍Teesdoon kenya :- Naannoo kolleejjii
Adaamaa, Qarqara Dallaa Yuunivarsiitii Adaamaattii

Miidiyaa haawaasaa irrattii nuu hordoofaa

ለመላው የአዳማ ኗሪዎች ደረጃውን የጠበቀ የመዝናኛ አገልግሎት ለመስጠት በጥራት እናንተን እየጠበቀ ነው።
👉 ምርጥ ፒዛ፣ በርገር፣ ክለብ ሳንዱች እና ሌሎች ፈጣን ምግቦች
👉 አሪፍ የሀገር ውስጥ ምግቦች
👉 የመጸሐፍት እና የማንበቢያ ቦታ
👉 የተለያዩ የኳስ እና የሀገር ውስጥ ቻናሎች አማራጭ
👉 የአዳማን ነፋሻማ አየር የሚቀበሉበት ቦታ

ይምጡና ይዝናኑ፣ መንፈስዎን ያድሱ!
📍አድራሻ :- አዳማ ኮሌጅ አካባቢ ፣ የአዳማ ዩኒቨርሰቲ ግንቡ ጫፍ
በማህበራዊ ድረ-ገጽ ይከታተላሉን

Facebook: https://www.facebook.com/harmoney.cafe.adama
Telegram: https://t.me/harmoney_cafe_adama
Instagram: https://www.instagram.com/harmony_cafe_adama
Tiktok: http://tiktok.com/

Harmony Cafe, new high standard cafe around Adama University Geda Gate!
29/05/2023

Harmony Cafe, new high standard cafe around Adama University Geda Gate!

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harmony Cafe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category