13/01/2023
As wr wb akkam jirta yaa ummata musliima bu'uurrii arguttii jirtan kun bu'uura masgiidati godiina arsii anaa xiiyyoo ganda odaa dhawata kessattii argama Nannawa badiiya katuu ykn kimo jedhamuuttii ijaaramaa jiraa masgiidu rahmaa jedhama namnii rabbiin isiinii laafiisee manaa rabbii kana waliin haa xumurruu jedha ummata fii Korean masgiidu rahmaa akkawuntii armaan gaadii kanaan nugargaara jzkl 1000489801799 masgiidu rahmaa ganda qotee bulaa odaa dhaawa.