Sagalee Abbaa Gadaa

Sagalee  Abbaa Gadaa Dinku Seboka

05/07/2025
12/11/2023

Dhaloonni Ida'amuu adda addummaa kan kabajuu fi tokkummaa kan jabeessu!!

Dhaloonni Ida'amuu dhaloota jibba jaalalaan, muuffii dhiifamaan, waldhabdee mariin bakka buusudha. Dhaloonni kun adda addummaa kan kabajuu fi kan tokkommaa cimsu; finxaalessummaa kan balaaleffatuudha.

Ibsituun isaas sabaa fi gandummaadhan osoo wal hin qoodin onnee gootummaatin tokkummaa biyyoolessaa kan jabeessudha.

Waan kana ta'eef, dhaloota ofittummaa irraa bilisa, gara laafessa, itti gaafatamummaa isaa bahatu, haqummaa fi garalaafummaa qabuu fi kanneen biroo mararfatu ijaaruf itti gaafatamummaa keenya bahachuu qabna.

Kanaaf, walitti hidhamiinsa dhaloota Ida'amuutin wal kabajuu, wal tumsuu, kaayyoo walootif dhaabbachuun biyya keenya Itoophiyaa gara badhaadhina hunda galeessatti ceesisuu qabna.

@@@@@%%%%%%%@@@@Amajjii 16/5/2015 Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Leenjiin dandeetti Raawwachiisummaa hojjatoota Mootummaa...
24/01/2023

@@@@@%%%%%%%@@@@
Amajjii 16/5/2015 Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Leenjiin dandeetti Raawwachiisummaa hojjatoota Mootummaa Cimsuf Sandaa Waajjiraa Sivil sarvisiin qopheesse irratti leenjiin kennama jira.

@@@@@@@ %%%%%%%%%@@@@@@@@ Sadaasa 23/3/2015    Adaamaa   =========   Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Ga...
02/12/2022

@@@@@@@ %%%%%%%%%@@@@@@@@
Sadaasa 23/3/2015
Adaamaa
=========
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Raawwin Hojii Torbee 2ffaa Guyyaa 17-23/3/2015 Karoora Guyyaa 100 keessa Raawwiin torbee 2ffaa bakka Hoggaansi Kutaa Magaalaa fi Hooggansi Ganda jirutti ilaalame jira.Gamaaggama Kana kan Gaggeessaan HRO Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Obbo Waadoo Abdulkariimi fi IGPB Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Obbo Yimanu Tashooma argamanitti gamaaggama kana irraatti dhimmooni xiyyeeffannon ilaallamu qaban
Inisheetivoota adda addaa
1.Ashaaraa Magaariisa fi Qulqullinna magaalaa
2. IFH
3.Qonna Magaalaa
4.Buusaa Gonofaa
5.Galii idilee fi Mana qopheessa
6.Hojii Tajaajila lammumaa
Raawwi hojii Torbee 2ffaa Raawwii torbee darben waalbira qabamee yeroo ilaalamu jijjiramni akka jiruu himuun ammaas seektarri CHUO torbee kana raawwin isaa gadi bu'aa akka tahee ilaallamera. akkasuma Gandoonni Hojii IFH,Hojii Buusaa Gonofaa,Hojii School feeding,Hojii qulqullinna Magaalaa ,Qonnaa magaalaa Galma qabamee waliin yeroo ilaalamu ammas hanqinni cimaan waan jiruuf xiyyeeffanna akka barbaadu akeekameera Gama birootin Gandonni Hojii hojjataan duguugani gabaasu dhabuun ammaas hanqina waan qabuuf xiyyeeffannaa kan barbaadudha jedhan
Dhuma irrattii Raawwii Hojii Torbee 2ffaa kanaan Gandooni Sadarkaa 1ffaa -2ffaa bahaan A.Ganda Badhaatuu 1ffaa
B.Gandi Odaa 2ffaa yoo bahaan seektaroota keessa 1ffaa -2ffaa kan bahaan
A.Waajjira Galii 1ffaa
B.Waajjira Nageenya 2ffaa
bahuun xumurame jira Kallaattiin hojii torbee 3ffaas kahuun waltajjicha golabani jiru.

Sadaasa 14/3/2015Marii Caasaa Nageenyaa kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa  wajjiin dhimmaa  Boobii caasaa Nageenya fi dhimmaa H...
23/11/2022

Sadaasa 14/3/2015
Marii Caasaa Nageenyaa kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa wajjiin dhimmaa Boobii caasaa Nageenya fi dhimmaa Haala yeroo irratti mariin taasisuun kallatti hojjii kan kennan I/ G Bulchiinsa fi Nageenya kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa obbo Bariisoo Baqqalaa caasaan Nageenya hundii Rammadii kenname fi iddoo itti rammaadametti hojjii isaa karaa guutuu ta'een bahu akka qabu kallatti ka'uun waltaajjicha golabaani jiru.

%%%%%%%%************%%%%%%%%%%% Onk 30/2/2015 Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Marii Caasaa Nageenya  wajjiin Haala Nageeny...
09/11/2022

%%%%%%%%************%%%%%%%%%%%
Onk 30/2/2015 Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Marii Caasaa Nageenya wajjiin Haala Nageenya irratti Mariin taasifame jira

Address

Adama

Telephone

+251913977361

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Abbaa Gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category