Borifan weero

Borifan weero Real

18/12/2025
Hojii boonsadha. Baga gammadee.
28/10/2024

Hojii boonsadha. Baga gammadee.

12/09/2024

Hanga laga cee'aaniti naacha firoomfatuu.

19/08/2024
Nama jaba jarraa 21 ffaa
19/08/2024

Nama jaba jarraa 21 ffaa

Baga baate%% shirrii soba eessale hin gahu. Hiidhamun kee warra Shira sirrati xaaxeef barumsa gudda kenna. Nuf immoo tok...
29/06/2024

Baga baate%% shirrii soba eessale hin gahu. Hiidhamun kee warra Shira sirrati xaaxeef barumsa gudda kenna. Nuf immoo tokkummaa keenya fide. 💪💪💪💪💪💪 you are the former of our unity.

06/12/2023

Dubbii jabdu torbee kana

Wallaga, shawa fi gujiin ganna shan tumamee. Harargeen Kara deemtu fi maraatu duroomsitee.
Arsiin immoo qamadii akka gaariiti qotee dirqiin bushoon ykn gaafa horiin gurgurutii dirqamee. Kun sila seena dargii turee. Maatiin bahee galuu dadhabee. Kan bira yaa hafuu bulchitooni Ganda Bara tigireen biyyaa bulcha turtee caala hardha gidiraan ummaata miidhu jirtii.wan ADWI keessatti hin arginee keessatii kufee ummaanni.

Address

Kofland
Adaba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borifan weero posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share