Dr yiggee

Dr yiggee We struggle for success.

Abboota teessoo Abbaa Pheexiroos  hundeessan keessaa sadi araaramuudhan har'a gara mana lubumma waliigalaatti deebi'uu i...
23/06/2025

Abboota teessoo Abbaa Pheexiroos hundeessan keessaa sadi araaramuudhan har'a gara mana lubumma waliigalaatti deebi'uu isaanii EOTC'n gabaase.

Manni amantichaa hojiilee misoomaa magaalicha keessatti hojjetamu tumsuu cimsee itti fufa Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (F...
30/05/2025

Manni amantichaa hojiilee misoomaa magaalicha keessatti hojjetamu tumsuu cimsee itti fufa

Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Manni Amantaa Ortodoksii Waloomaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamuuf tumsa hundagaleessa taasisuu cimsee itti fufa jedhan abbootiin amantichaa.

Abbootii eebbifamoon Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Daawwannichaan boodas Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee waliin dhimmoota adda addaarratti mari’ataniiru.

Abbootiin keenya qulqulluu jijjiirama irraa eegalee magaalaa keenyatti hojiilee misoomaa mootummaan raawwate daawwachuun hojiilee hojjetamaniif dinqisiifannaa qaban ibsaniiru jedhan aadde Adaanech Abeebeen.

Aadde Adaanech, magaalaa guddoo Ardii Afrikaa fi giddugala diippiloomaatikii hawaasa idil addunyaa kan taate Finfinnee caalmaatti jijjiiruuf kutannoo qaban Abbootii eebbifamoo kanneeniif mirkaneessaniiru.

Malaakuu Gaddiftu gabaase.



Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

✅️✅️✅️BAGA NUUF BAATAAN HAYYOOTA KEENYA💪💪💪💪Barsiisaa Hailemichael Tadesse fi Barsiisaa Geetamasay mana hidhaatii gadhiif...
29/05/2025

✅️✅️✅️BAGA NUUF BAATAAN HAYYOOTA KEENYA💪💪💪💪

Barsiisaa Hailemichael Tadesse fi Barsiisaa Geetamasay mana hidhaatii gadhiifamaniiru!

Baga nagaan baatan!
Warreen gahee sinirraa eeggamu bahattan galatoomaa. Dubbii haftes akka itti goonee xumurra!

✅️✅️✅️Jenne tureem ✅️✅️
23/05/2025

✅️✅️✅️Jenne tureem ✅️✅️

✅️✅️አትደንግጡ ስራ አስኪያጅ ሊሆኑ ነው✅️✅️።

የደነገጠ ካለ ግን ይመለስ:: ✅️✅️Abbaa qabsoo Afurawaa Oromoof daandii guddaa bananiidha isaan. ✅️
Qulqullummaa isaanii Abbaa Saawuroos isiin jaalanna❤️❤️❤️❤️❤️

23/05/2025
እግዚአብሔር የወደደዉ ተመርጠዋል። አሁን በፀሎት እናግዛቸዉ። ድሮም ብሆን የቤተክርስቲያን ምርጫ በፈቃደ እግዚአብሔር እንጂ አንድ ጽንፍ በረገጡ የሚዲያ ጋጋታ፣ዘመቻ መሆን የለበትም። እነዚህ ...
23/05/2025

እግዚአብሔር የወደደዉ ተመርጠዋል። አሁን በፀሎት እናግዛቸዉ። ድሮም ብሆን የቤተክርስቲያን ምርጫ በፈቃደ እግዚአብሔር እንጂ አንድ ጽንፍ በረገጡ የሚዲያ ጋጋታ፣ዘመቻ መሆን የለበትም። እነዚህ ሁለቱ አባቶች ሚዛን አስጠባቂዎች ይመስሉኛል። እከሌ ከእከሌ ሳይሉ ፓለቲካዉን ካልበጠበጥኩ፣የሰፈሬን ሰዎች በቤተክህነቱ ካልሞላሁ ሳይሉ የቤተክርስቲያኒቷን ሐዋሪያዊ ተልዕኮ መሰረት አድርገው ልያገለገሉ፣ልመሩ የምችሉ አባቶች ናቸዉ። ለቤተክርስቲያናችን ሌላ የተስፋ ብርሃን ፈንጥቋልና መጨረሻዉን ቸሩ መዲኃኒዓለም ያሳምርልን።

✅️✅️YAA RABBI MISIRAACHOO NU DHAGEESISI✅️✅️Yaa'iin Qulqulluu Sinoodosii kan bara 2017 guyyaa boruu eegalamuuf guyyaa har...
17/05/2025

✅️✅️YAA RABBI MISIRAACHOO NU DHAGEESISI✅️✅️
Yaa'iin Qulqulluu Sinoodosii kan bara 2017 guyyaa boruu eegalamuuf guyyaa har'aa kadhannaa Abbootan mana Kiristaanaa qulqulleettii qulqulloottaa Kawaala Maariyaamiitti banameera!
Suuraadhan kana fakkaata.
የ2017 ዓ.ም የርክበ ካህናት ቅዱስ ሲኖዶስ ምልዓተ ጉባኤ መክፈቻ ጸሎት በመንበረ ፓትርያርክ ቅድስተ ቅዱሳን ማርያም ገዳም በፎቶ።

Afuuri qulqulluun isin haa dursu dhugaa isin haa dubbisu.
Mana Kiristaanaaf waanta bu'aa qabu isin haa hojjechiisu 🥰🙏

✅️✅️አትደንግጡ ስራ አስኪያጅ ሊሆኑ ነው✅️✅️።የደነገጠ ካለ ግን ይመለስ:: ✅️✅️Abbaa qabsoo Afurawaa Oromoof daandii guddaa bananiidha isaan. ✅️Q...
16/05/2025

✅️✅️አትደንግጡ ስራ አስኪያጅ ሊሆኑ ነው✅️✅️።

የደነገጠ ካለ ግን ይመለስ:: ✅️✅️Abbaa qabsoo Afurawaa Oromoof daandii guddaa bananiidha isaan. ✅️
Qulqullummaa isaanii Abbaa Saawuroos isiin jaalanna❤️❤️❤️❤️❤️

Duuka bu'ootni Gooftaa isaan nuti beeknu sun sagalee Waaqayyoof jedhanni jibbaman,itti reebaman,ni qabamaan, ni hidhaman...
16/05/2025

Duuka bu'ootni Gooftaa isaan nuti beeknu sun sagalee Waaqayyoof jedhanni jibbaman,itti reebaman,ni qabamaan, ni hidhaman,lubbuu isaani illee waa'ee Kiristoosiif jedhanni dabarsanni kennan.
Inni amma kun faalaa isa kanaa ta'ee, warreen Waaqayyoof hojjetan ariiyyachaa,reebaa,hidhaa oola.Safuudha 🙈

Silaa kan sabaaf dubbatu kunoo akkas gootu, dhugaa saba kanaa Waaqni haa dubbatu.
Bara faarsee bulaan baay'ate kanaatti furmaata maaltu jiraa miti,warra hiitan kana hiikaa.
Hidhaan furmaata hin ta'u !

Hiikaa Barsiisota Tajaajla A/Oromootiif shora ol’aanaa taphachaa turan HHailemichael Tadessefi TTola Tolesa( Tolesa)

👉👉👉Ergaa Qulqulluu Paatriyaarikii Miseensonni yaa’ii Qulqulluu Sinodoos baga Yaa’ii Qulqulluu Sinodoosii ji’a Caamsaa ga...
15/05/2025

👉👉👉Ergaa Qulqulluu Paatriyaarikii
Miseensonni yaa’ii Qulqulluu Sinodoos baga Yaa’ii Qulqulluu Sinodoosii ji’a Caamsaa gaggeeffamuun nagaan geessan! Baga nagana dhuftanis!
Ergamni/Ajajamni Amantaarraa ka’e akka argamuuf Kennaa fi Duuka bu’ummaa fudhanne (Roomee 1:5)
Baruumsi duuka bu’ummaa kun ergama keenya fi sababa ergamummaan itti barbaachiseef guddisee ni mul’isa. Kennaan fudhannees hagam guddaa akka ta’e dubbisichi ni hubachiisa. Duuka bu’ichi ergaa kanarratti kaayyoon wangeela qulqulluu ajajama amantaarraa ka’e akka argamu taasisuuf jechuun nu barsiisa. Dhugaadha duras Waaqayyoof ajajamuu dhiisneti kan kufne, har’as kan kaanu ajaja amantaarraa ka’e yoo taasisne qofadha. Haaluma Kanaan nutis waamicha afuurawaa kana addunyaaf geessisuuf ittigaafatamummaan Qulqulluu Sinodoosiif kan kenname ta’uu duuka bu’ichi nu hubachiiseera.
Nuti miseensonni Qulqulluu Sinodoos waaqayyoof ajajamuun uummata tajaajiluu qabna. Haa ta’u malee warren Sinoodoos jalatti hin bulle baay’een biyya keenya keessa akka jiran ni beekna. Isaanis sababoota garagaraatiin nukeessaa kan bahanidha, ta’uyyuu warren deeman gara mana isaanitti akka deebi’aniif cimnee hojjachuun ergama dursaa yaa’ii kanaati. Sababnisaas kennaa fi duuka bu’ummaa kan fudhanneef kanuma taasisuuf waan ta’eeefi.
Tajaajilli nuti uummata Waaqayyootiif kenninu karaa afuurawaa qofa osoo hin taane karaa misooma fi haweaasummaas ta’uu qaba. Kanaraa akan ka’e uummanni keenya tajaajila hawaasummaa fooyya’aa akka argatuuf, diinafgdeenis hiyyummaa keessaa akka bawuuf akkasumas nagaaf tokkummaan akka eegamuuf barsiisunis ta’ee wajjin hirmaachun gaggeessitoota uummataa fi fakkeenya taanee hojjachuutu nurra jiraata.
Biyya keenya Itiyoophiyaa gara misoomaa fi guddina fooyya’aatti ni ceesisna jettanii warren dadhabaa jirtan waan hundumaa waliigalchiisu barbaadatii rakkoolee karaa Nagaa fi mariin hiikuuf yaalaa, kanaanis biyyattiin Nagaa akka argattu taasisaa, kanas Beenyaa haadha jaallatamtuuf taasifamu taasisaatii fudhadhaa! EOTC

🥰🥰 Mee warri akka koo Abbaa kana jaalattan Like godhaa!!!!!!!❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
15/05/2025

🥰🥰 Mee warri akka koo Abbaa kana jaalattan Like godhaa!!!!!!!
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

15/05/2025

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr yiggee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr yiggee:

  • Want your business to be the top-listed Grocery Store?

Share